darbee lalla
๐ต 2426 characters
โฑ๏ธ 4:45 duration
๐ ID: 12971885
๐ Lyrics
Raasee raasee raasee barri baranee baran baraasee
(Raasee raasee raasee barri baranee baran baraasee)

Addiis Aabban Addiis Aabban
Shagar baanaa kachamalleen kaachaa
Dhugaan dhiiga kun nama maraachaa
Shagar baanaa kachamalleen kaachaa
Dhugaan dhiiga kun nama maraachaa
(Darbee laallaa) nataqayyamtee laataa
(Darbee laallaa) kobborta balaa baataa
(Darbee laallaa) eenyutu sarmee baata
(Darbee laallaa) barris bara fakkaata
(Darbee laallaa) kan falfaluu hin furmaatu
(Darbee laallaa) barraaqa barii raasa
(Darbee laallaa) sagaltama garbaa guusaa
(Darbee laallaa) waa hin faluu cubbuu kuusaa
Hin shakkinemoo hin shakkineere
Hin shakkinemoo hin shakkineere
Jiraan jiraa baata jiraan jiraa hin nyaatu
Odaa hundaa caalu hanquutti bobeeffatu
Boorataan korma dhugaa boorataa boora galchuu
Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
Hin shakkinemoo hin shakkineere
Hin shakkinemoo hin shakkineere
Xaafotti marmaarti mucayyoon xaafotti marmaarti
Akkamittan dhiisa ergamtee narratti tamaarti

Addiis Aabban biyya kaachamaallee maal barbaadda min tifaligalle

(Darbee laallaa) Walloo Warqituutu eega
(Darbee laallaa) Raayya Rayyumatu eega
(Darbee laallaa) xannachi hiddatti mirgaa
(Darbee laallaa) achi tuqan as dhiiga
(Darbee laallaa) hiddi adda hin fagaatu
(Darbee laallaa) hin gaddin gadaatu jiraa
(Darbee laallaa) hin bariitu dhiitu malee
(Darbee laallaa) kan boriitif borri jiraa

Boorataan korma dhugaa boorataa boore galchuu
Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
Hin shakkinemoo hin shakkineere
Hin shakkinemoo hin shakkineere
Kooratti raarraati udeelloon kooratti raarraati
Buusi farda koo irraa wandaboon wadabaa dabaatii

โฑ๏ธ Synced Lyrics
[00:09.20] Raasee raasee raasee barri baranee baran baraasee
[00:13.68] (Raasee raasee raasee barri baranee baran baraasee)
[00:18.18] Raasee raasee raasee barri baranee baran baraasee
[00:23.05] Addiis Aabban Addiis Aabban
[00:26.04] Shagar baanaa kachamalleen kaachaa
[00:28.49] Dhugaan dhiiga kun nama maraachaa
[00:30.84] Shagar baanaa kachamalleen kaachaa
[00:33.31] Dhugaan dhiiga kun nama maraachaa
[00:35.70] (Darbee laallaa) nataqayyamtee laataa
[00:39.16] (Darbee laallaa) kobborta balaa baataa
[00:41.92] (Darbee laallaa) eenyutu sarmee baata
[00:45.62] (Darbee laallaa) barris bara fakkaata
[00:48.54] (Darbee laallaa) kan falfaluu hin furmaatu
[00:51.88] (Darbee laallaa) barraaqa barii raasa
[00:55.04] (Darbee laallaa) sagaltama garbaa guusaa
[00:58.08] (Darbee laallaa) waa hin faluu cubbuu kuusaa
[01:01.34] Hin shakkinemoo hin shakkineere
[01:04.64] Hin shakkinemoo hin shakkineere
[01:07.36]
[01:20.49] Jiraan jiraa baata jiraan jiraa hin nyaatu
[01:23.69] Odaa hundaa caalu hanquutti bobeeffatu
[01:27.85] Boorataan korma dhugaa boorataa boora galchuu
[01:33.44] Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
[01:36.41] Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
[01:39.73] Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
[01:43.06] Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
[01:46.05] Hin shakkinemoo hin shakkineere
[01:49.35] Hin shakkinemoo hin shakkineere
[01:52.50] Xaafotti marmaarti mucayyoon xaafotti marmaarti
[01:56.46] Akkamittan dhiisa ergamtee narratti tamaarti
[02:00.60] Xaafotti marmaarti mucayyoon xaafotti marmaarti
[02:04.49] Akkamittan dhiisa ergamtee narratti tamaarti
[02:08.59]
[02:27.96] Raasee raasee raasee barri baranee baran baraasee
[02:32.68] (Raasee raasee raasee barri baranee baran baraasee)
[02:37.47] Raasee raasee raasee barri baranee baran baraasee
[02:42.32] Addiis Aabban Addiis Aabban
[02:45.42] Addiis Aabban biyya kaachamaallee maal barbaadda min tifaligalle
[02:50.17] Addiis Aabban biyya kaachamaallee maal barbaadda min tifaligalle
[02:54.96] (Darbee laallaa) Walloo Warqituutu eega
[02:58.24] (Darbee laallaa) Raayya Rayyumatu eega
[03:01.46] (Darbee laallaa) xannachi hiddatti mirgaa
[03:04.71] (Darbee laallaa) achi tuqan as dhiiga
[03:08.06] (Darbee laallaa) hiddi adda hin fagaatu
[03:10.98] (Darbee laallaa) hin gaddin gadaatu jiraa
[03:14.56] (Darbee laallaa) hin bariitu dhiitu malee
[03:17.55] (Darbee laallaa) kan boriitif borri jiraa
[03:20.19]
[03:33.33] Jiraan jiraa baata jiraan jiraa hin nyaatu
[03:36.54] Odaa hundaa caalu hanquutti bobeeffatu
[03:40.40] Boorataan korma dhugaa boorataa boore galchuu
[03:46.18] Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
[03:49.44] Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
[03:52.39] Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
[03:55.83] Basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
[03:58.88] Hin shakkinemoo hin shakkineere
[04:02.11] Hin shakkinemoo hin shakkineere
[04:05.46] Kooratti raarraati udeelloon kooratti raarraati
[04:09.25] Buusi farda koo irraa wandaboon wadabaa dabaatii
[04:13.46] Kooratti raarraati udeelloon kooratti raarraati
[04:17.32] Buusi farda koo irraa wandaboon wadabaa dabaatii
[04:21.45]