Andualem Gosa | Loltuu (New Oromo Music 2024)
๐ต 2196 characters
โฑ๏ธ 5:07 duration
๐ ID: 13721874
๐ Lyrics
Ani loltuu biyyaa
Biyyaa daangaa ga'u
Shokokii yaada kee fi
Har'a onneen dhuka'u
Akka baraa malee
Akki garaa hin jiru
Dhiiga jaalalaatu
Bar hinqabu biluu
Dhaalee onnee abbiyyoo
Kan shittoon baarudaa
Qe'ee hambisee adiyyoo
Diina raasaa hudhaa
Joora, nan jaawwaraa
Ilmi maqaa hin gatu
Waraana yaada keet'
Dirreen na moo'atu
Faachi keetumaa faachi keetumaa faachi keetuma kee
Moo'ichi dhumaa moo'ichi dhumaa moo'ichi dhumaa kee
Biyyi koo tokko ati naaf tokko koo garaan lama ta'e
Dhiifaman gaaffa nagaroon dhaapha biyyi osoo nama ta'e
Sin yaadaa koon beekaa
Na yaaddaan abdadha
Biyyoon biyyaa taanaan
Tarii sin argadha
Nan dhufaa siin jedhe
Siif hin kennu abdii
Beeki lubbuun loltuu
Ayyaana urjii qabdi
Yookiin ni baati, yoo ruudni caameewoo
Yookiin ni hafti, roobee garmaameewoo
Yookiin ni baati, yoo ruudni caameewoo
Yookiin ni hafti, roobee garmaameewoo
Jimmaa jedhi mee jimmiitee
Tasa iji yoo wal argite
Jimmaa jedhi mee jimmiitee
Tasa iji yoo wal argite
Koo afuurri badnaan, afaan baafadhuu
Na awwaallatta, biyya gaafadhu
Koo afuurri badnaan, afaan baafadhuu
Na awwaallatta, risaa gaafadhu

โฑ๏ธ Synced Lyrics
[00:10.73] Ani loltuu biyyaa
[00:13.16] Biyyaa daangaa ga'u
[00:15.76] Shokokii yaada kee fi
[00:18.51] Har'a onneen dhuka'u
[00:20.89] Akka baraa malee
[00:23.83] Akki garaa hin jiru
[00:26.22] Dhiiga jaalalaatu
[00:28.87] Bar hinqabu biluu
[00:32.63] Dhaalee onnee abbiyyoo
[00:35.03] Kan shittoon baarudaa
[00:37.74] Qe'ee hambisee adiyyoo
[00:40.33] Diina raasaa hudhaa
[00:43.09] Joora, nan jaawwaraa
[00:45.49] Ilmi maqaa hin gatu
[00:48.19] Waraana yaada keet'
[00:50.76] Dirreen na moo'atu
[00:53.26] Faachi keetumaa faachi keetumaa faachi keetuma kee
[00:58.63] Moo'ichi dhumaa moo'ichi dhumaa moo'ichi dhumaa kee
[01:03.54] Biyyi koo tokko ati naaf tokko koo garaan lama ta'e
[01:08.94] Dhiifaman gaaffa nagaroon dhaapha biyyi osoo nama ta'e
[01:13.73]
[01:24.02] Sin yaadaa koon beekaa
[01:26.77] Na yaaddaan abdadha
[01:29.38] Biyyoon biyyaa taanaan
[01:31.70] Tarii sin argadha
[01:34.34] Nan dhufaa siin jedhe
[01:37.00] Siif hin kennu abdii
[01:39.67] Beeki lubbuun loltuu
[01:42.46] Ayyaana urjii qabdi
[01:45.07] Yookiin ni baati, yoo ruudni caameewoo
[01:50.47] Yookiin ni hafti, roobee garmaameewoo
[01:55.43] Yookiin ni baati, yoo ruudni caameewoo
[02:00.80] Yookiin ni hafti, roobee garmaameewoo
[02:06.23] Jimmaa jedhi mee jimmiitee
[02:08.80] Tasa iji yoo wal argite
[02:11.52] Jimmaa jedhi mee jimmiitee
[02:13.93] Tasa iji yoo wal argite
[02:16.64] Koo afuurri badnaan, afaan baafadhuu
[02:22.24] Na awwaallatta, biyya gaafadhu
[02:27.31] Koo afuurri badnaan, afaan baafadhuu
[02:32.67] Na awwaallatta, risaa gaafadhu
[02:36.89] Ani loltuu biyyaa
[02:39.17] Biyyaa daangaa ga'u
[02:41.89] Shokokii yaada kee fi
[02:44.47] Har'a onneen dhuka'u
[02:47.05] Akka baraa malee
[02:49.48] Akki garaa hin jiru
[02:51.94] Dhiiga jaalalaatu
[02:54.62] Bar hinqabu biluu
[02:58.52] Dhaalee onnee abbiyyoo
[03:00.88] Kan shittoon baarudaa
[03:03.57] Qe'ee hambisee adiyyoo
[03:06.14] Diina raasaa hudhaa
[03:08.86] Joora, nan jaawwaraa
[03:11.55] Ilmi maqaa hin gatu
[03:14.14] Waraana yaada keet'
[03:16.50] Dirreen na moo'atu
[03:19.16] Faachi keetumaa faachi keetumaa faachi keetuma kee
[03:24.51] Moo'ichi dhumaa moo'ichi dhumaa moo'ichi dhumaa kee
[03:29.57] Biyyi koo tokko ati naaf tokko koo garaan lama ta'e
[03:34.83] Dhiifaman gaaffa nagaroon dhaapha biyyi osoo nama ta'e
[03:39.58]
[03:50.08] Sin yaadaa koon beekaa
[03:53.01] Na yaaddaan abdadha
[03:55.74] Biyyoon biyyaa taanaan
[03:58.02] Tarii sin argadha
[04:00.71] Nan dhufaa siin jedhe
[04:03.26] Siif hin kennu abdii
[04:05.76] Beeki lubbuun loltuu
[04:08.45] Ayyaana urjii qabdi
[04:10.81] Yookiin ni baati, yoo ruudni caameewoo
[04:16.17] Yookiin ni hafti, roobee garmaameewoo
[04:21.52] Yookiin ni baati, yoo ruudni caameewoo
[04:26.59] Yookiin ni hafti, roobee garmaameewoo
[04:32.13] Jimmaa jedhi mee jimmiitee
[04:34.82] Tasa iji yoo wal argite
[04:37.58] Jimmaa jedhi mee jimmiitee
[04:40.30] Tasa iji yoo wal argite
[04:42.90] Koo afuurri badnaan, afaan baafadhuu
[04:48.21] Na awwaallatta, biyya gaafadhu
[04:53.63] Koo afuurri badnaan, afaan baafadhuu
[04:58.92] Na awwaallatta, risaa gaafadhu
[05:03.40]