Home ๐ŸŽฌ Bollywood ๐ŸŽต Pakistani ๐ŸŽค English Pop

Bilillee

๐Ÿ‘ค Andualem Gosa โ€ข ๐ŸŽผ Bilillee โ€ข โฑ๏ธ 5:18
๐ŸŽต 2914 characters
โฑ๏ธ 5:18 duration
๐Ÿ†” ID: 13763413

๐Ÿ“œ Lyrics

Shaggarii gubbaa mamarmaaree
Shaggiituu Jiddaafan maradhee
Shaggarii gubbaa mamarmaaree
Shaggiituu Jiddaafan maradhee

Shaggarii ulaan shan banaadha (banaadha)
Essarraan ba'een si barbaada (barbaada)
Faana kee arguun na dhamaase (dhamaase)
Karri baayy'achuun na qormaate (qormaate)

Bareedduu qal'oo masaakulaa
Kolfituun naatoo nyaara kuula
Mil'uu tokkichatiin na laaltee
Budaan jaalalaatu na nyaate
Hiriyaa gaafannaan maqaa ishee
Badhaadha naan jette abbaan ishee (magaallina ishee)
Hidhannoo jaalalaa guuttattee
Qalbii too boojitee guugatte (magaallina ishee)

Biliille mormi Bilillee taakkuu guuta safarrisaa
Qalbi fuudha bareednisaa
Akkuma addeessa dukkana keessa
Ijja isheetu ifa-biifaa jaalalatu irraa tiifa
Namnillee namni tokkollee
Miira koo naaf hin hubannee
Olmaa ishees natti hin dubbannee
Salaalee keessaa Barraakkoo keessaa
Mogormoo Bachoon of geessa
Jaalaltoo lafa naannessaa

Boora fardakoon
Gaala hidheen faanakee dhahaa
Kutee Kuyyuufi Qarree Gohaa
Koo galaan dhume
Asan jira kottu naan jedhi
Dagamirraan gara kee loha

Yaa magaala koo
Darroo bu'uu bu'e dhuuguumaa
Ijatu siyyuu hin agarreef malee
Dimbilaala koo
Si yaadullee du'e dhugumaa
Iyyat' Tulluu hin dabarreef malee

Mucayyoo qal'oo Warra Kuraa Jiddaa
Mul'adhu maaloo (jaalala maal' didda)
Mutuluu Rayyaa ayyaana abbaa keetii
Nu Tulluu Yaayyaa (Warra Gullalleeti)
Hariiro dhaqee qe'ee Warra Jaarsoo
Jaarsan ergadha (natti himimee teesso)
Adalgee gubbaa ee badhaaneet iyyaa
An dhabee ijaaf (way magaallee tiyyaa)

Mallattoon himadha, maaloo naaf birmadhaa
Kottaa na gargaara, barbaaduma ishee (barbaaduma ishee)
Kanshee mallattoonii, miidhagdudha adda
Jaalalaa biftishee, tumaadha irgishee (barbaaduma ishee)
Boontuudha koortudha, akkuma abbaa isheeti
Nyaararra jabaattii, migira mudhiinii (barbaaduma ishee)
Wallaalchisa hin qabdu, ijuu irra in dabartu
Argitan ni bartu, burree shinshinnee (barbaaduma ishee)

Kottee farda kooti
Yaadaan kutee darbee
Ija keen barbaada shaggee
Ayyaanomee utuuman si argee
Maaloo naaf owwaadhu
Jiruuf suman gaada
Lubbuufan si yaada shaggee
Shaggee tiyya maaloo shaggee

Arganii dhabuuni, akka dhukkubaati
Gaabbii nama kaa'a, waliin nama dha'aa (barbaaduma ishee)
Barbaadamuu barte, riphxe narraa hin dheessin
Jooree si dhabuunkoo, xuurii sitti ta'aa (barbaaduma ishee)
Kankoo si godhachuuf, ofitti murteesse
Karra banaa dhiise, ergan ba'ee takkaa (barbaaduma ishee)
Milli na qallattus, si argachuun murtoodha
Of duuban mil'adhu, gara abbeetiin dhaqa (barbaaduma ishee)

Hambaa dhibaayyuu burqaa Torban Ashee
Hin jiru waayyuu (ejjetni faana kee)
Xiixaa moo Ekkaa kamiin ol yaabbadhu
Fixan waabeekaa (eenyu si gaafadhu)
Dhibee jaalalaa iji ilaalee hin argu
An siif dhibame (bara dhufee darbu)
Nyamariin gama yoo darbes gamasuu
Natti hiimi nan dhufa (an fayyee garasuu)

Mucayyoo qal'oo Warra Kuraa Jiddaa
Mul'adhu maaloo jaalala maal' didda
Mutuluu Rayyaa ayyaana abbaa keetii
Nu Tulluu Yaayyaa Warra Gullalleeti

โฑ๏ธ Synced Lyrics

[00:04.05] Shaggarii gubbaa mamarmaaree
[00:06.77] Shaggiituu Jiddaafan maradhee
[00:09.47] Shaggarii gubbaa mamarmaaree
[00:12.39] Shaggiituu Jiddaafan maradhee
[00:15.99]
[00:27.34] Shaggarii ulaan shan banaadha (banaadha)
[00:30.23] Essarraan ba'een si barbaada (barbaada)
[00:32.98] Faana kee arguun na dhamaase (dhamaase)
[00:35.87] Karri baayy'achuun na qormaate (qormaate)
[00:38.92] Bareedduu qal'oo masaakulaa
[00:41.88] Kolfituun naatoo nyaara kuula
[00:44.73] Mil'uu tokkichatiin na laaltee
[00:47.76] Budaan jaalalaatu na nyaate
[00:50.70] Hiriyaa gaafannaan maqaa ishee
[00:53.47] Badhaadha naan jette abbaan ishee (magaallina ishee)
[00:56.63] Hidhannoo jaalalaa guuttattee
[00:59.56] Qalbii too boojitee guugatte (magaallina ishee)
[01:05.56] Biliille mormi Bilillee taakkuu guuta safarrisaa
[01:10.22] Qalbi fuudha bareednisaa
[01:14.19] Akkuma addeessa dukkana keessa
[01:16.84] Ijja isheetu ifa-biifaa jaalalatu irraa tiifa
[01:22.72] Namnillee namni tokkollee
[01:25.48] Miira koo naaf hin hubannee
[01:27.83] Olmaa ishees natti hin dubbannee
[01:31.63] Salaalee keessaa Barraakkoo keessaa
[01:34.35] Mogormoo Bachoon of geessa
[01:36.73] Jaalaltoo lafa naannessaa
[01:40.60] Boora fardakoon
[01:41.70] Gaala hidheen faanakee dhahaa
[01:44.29] Kutee Kuyyuufi Qarree Gohaa
[01:47.86] Koo galaan dhume
[01:49.46] Asan jira kottu naan jedhi
[01:51.63] Dagamirraan gara kee loha
[01:55.15] Yaa magaala koo
[01:56.64] Darroo bu'uu bu'e dhuuguumaa
[01:59.03] Ijatu siyyuu hin agarreef malee
[02:02.58] Dimbilaala koo
[02:03.78] Si yaadullee du'e dhugumaa
[02:06.10] Iyyat' Tulluu hin dabarreef malee
[02:12.75] Mucayyoo qal'oo Warra Kuraa Jiddaa
[02:15.61] Mul'adhu maaloo (jaalala maal' didda)
[02:18.47] Mutuluu Rayyaa ayyaana abbaa keetii
[02:21.37] Nu Tulluu Yaayyaa (Warra Gullalleeti)
[02:24.28] Hariiro dhaqee qe'ee Warra Jaarsoo
[02:27.18] Jaarsan ergadha (natti himimee teesso)
[02:30.04] Adalgee gubbaa ee badhaaneet iyyaa
[02:33.00] An dhabee ijaaf (way magaallee tiyyaa)
[02:36.20]
[02:47.84] Mallattoon himadha, maaloo naaf birmadhaa
[02:50.90] Kottaa na gargaara, barbaaduma ishee (barbaaduma ishee)
[02:55.23] Kanshee mallattoonii, miidhagdudha adda
[02:58.23] Jaalalaa biftishee, tumaadha irgishee (barbaaduma ishee)
[03:02.35] Boontuudha koortudha, akkuma abbaa isheeti
[03:05.45] Nyaararra jabaattii, migira mudhiinii (barbaaduma ishee)
[03:09.72] Wallaalchisa hin qabdu, ijuu irra in dabartu
[03:12.76] Argitan ni bartu, burree shinshinnee (barbaaduma ishee)
[03:17.29] Kottee farda kooti
[03:18.57] Yaadaan kutee darbee
[03:19.99] Ija keen barbaada shaggee
[03:22.98] Ayyaanomee utuuman si argee
[03:25.85] Maaloo naaf owwaadhu
[03:27.39] Jiruuf suman gaada
[03:28.84] Lubbuufan si yaada shaggee
[03:31.43] Shaggee tiyya maaloo shaggee
[03:34.48]
[03:57.82] Arganii dhabuuni, akka dhukkubaati
[04:00.98] Gaabbii nama kaa'a, waliin nama dha'aa (barbaaduma ishee)
[04:05.67] Barbaadamuu barte, riphxe narraa hin dheessin
[04:08.55] Jooree si dhabuunkoo, xuurii sitti ta'aa (barbaaduma ishee)
[04:12.77] Kankoo si godhachuuf, ofitti murteesse
[04:15.75] Karra banaa dhiise, ergan ba'ee takkaa (barbaaduma ishee)
[04:20.14] Milli na qallattus, si argachuun murtoodha
[04:23.10] Of duuban mil'adhu, gara abbeetiin dhaqa (barbaaduma ishee)
[04:27.36] Hambaa dhibaayyuu burqaa Torban Ashee
[04:30.31] Hin jiru waayyuu (ejjetni faana kee)
[04:33.27] Xiixaa moo Ekkaa kamiin ol yaabbadhu
[04:35.94] Fixan waabeekaa (eenyu si gaafadhu)
[04:39.08] Dhibee jaalalaa iji ilaalee hin argu
[04:42.11] An siif dhibame (bara dhufee darbu)
[04:44.75] Nyamariin gama yoo darbes gamasuu
[04:47.72] Natti hiimi nan dhufa (an fayyee garasuu)
[04:50.72] Mucayyoo qal'oo Warra Kuraa Jiddaa
[04:53.67] Mul'adhu maaloo jaalala maal' didda
[04:56.66] Mutuluu Rayyaa ayyaana abbaa keetii
[04:59.55] Nu Tulluu Yaayyaa Warra Gullalleeti
[05:03.11]

โญ Rate These Lyrics

โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†
Average: 0.0/5 โ€ข 0 ratings