Home ๐ŸŽฌ Bollywood ๐ŸŽต Pakistani ๐ŸŽค English Pop

Ansimalee

๐Ÿ‘ค Bisrat Surafel โ€ข ๐ŸŽผ Kal Bekal โ€ข โฑ๏ธ 4:19
๐ŸŽต 725 characters
โฑ๏ธ 4:19 duration
๐Ÿ†” ID: 9746474

๐Ÿ“œ Lyrics

Machawe onneen koo
Waan godhuu
wallalee Jiruukoo
(Machawe onneen koo Waan godhuu wallalee Jiruukoo)
Bareddu hawwiinii
Kobattii na gattee demnaanii
(Bareddu hawwiinii
Kobattii na gattee demnaanii)

Oh jaalala barsiftee
Ow waan bay'ee naf taatee
Ow dhandhama jaalalaa
Ow dammaa na mursistee
Ow mee maalan balleysee
Ow fagenyaaf sii kaasee
Ow amaala harayaa
Ow naf laattee maal na wayyaa

Aan simalee rafeen bulee
Fayyan dhabee of wallaalee
Aan simalee rafeen bulee
Jiruun jiibbee naf hin tollee

Bareddu mi'oytuu afaan dammaa
Jallallii sif qabu bar dhugumaa
Dhibeen ko jabatee rakkadhere
Qorichi koo bar suma ko ya firaa
Aan simalee rafeen bulee
Fayyan dhabee of wallaalee
Aan simalee rafeen bulee
Jiruun jiibbee naf hin tollee

โฑ๏ธ Synced Lyrics

[00:30.71] Machawe onneen koo
[00:33.29] Waan godhuu
[00:34.03] Wallalee Jiruukoo
[00:35.82] (Machawe onneen koo Waan godhuu wallalee Jiruukoo)
[00:40.78] Bareddu hawwiinii
[00:43.32] Kobattii na gattee demnaanii
[00:45.93] (Bareddu hawwiinii
[00:48.14] Kobattii na gattee demnaanii)
[00:52.29]
[00:55.93] Oh jaalala barsiftee
[00:58.59] Ow waan bay'ee naf taatee
[01:01.09] Ow dhandhama jaalalaa
[01:03.59] Ow dammaa na mursistee
[01:06.06] Ow mee maalan balleysee
[01:08.56] Ow fagenyaaf sii kaasee
[01:11.23] Ow amaala harayaa
[01:13.74] Ow naf laattee maal na wayyaa
[01:16.74] Aan simalee rafeen bulee
[01:21.72] Fayyan dhabee of wallaalee
[01:26.77] Aan simalee rafeen bulee
[01:31.98] Jiruun jiibbee naf hin tollee
[01:37.00] Bareddu mi'oytuu afaan dammaa
[01:39.64] Jallallii sif qabu bar dhugumaa
[01:42.20] Dhibeen ko jabatee rakkadhere
[01:44.87] Qorichi koo bar suma ko ya firaa
[01:47.56] Aan simalee rafeen bulee
[01:52.67] Fayyan dhabee of wallaalee
[01:57.67] Aan simalee rafeen bulee
[02:03.03] Jiruun jiibbee naf hin tollee
[02:05.37]

โญ Rate These Lyrics

โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†
Average: 0.0/5 โ€ข 0 ratings